Tamsaasa Kallatti:

Feestivaalli Goobeefi Shinooyyee Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira

Qaammee 1, 2018 (ENA) : Feestivaalli Goobeefi Shinooyyee magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.


 

Agarsiisa kanarratti dargaggoonniifi shamarran uffata aadaan miidhaganii sirboota aadaa garaagaraa agarsiisaa jiru.

Dargagoonni karrawwan Finfinnee shanan irraa walitti dhufan tokkummaan Goobee fi Shinooyyee dhichiisaa jiu.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015