Tapha Liigota gurguddoo Awurooppaa guyyaa har'aaf karoorfame - ENA Afaan Oromoo
Tapha Liigota gurguddoo Awurooppaa guyyaa har'aaf karoorfame
Hagayya 23/2018(ENA): Pirimeerliigii Ingilaandi (Torbee 2ffaa) 8:30 Liveerpuul Nootingihaam Foreesti waliin morkata.
11:00 Boornimaawuz vs Evarteen
11:00 Koveenterii Siitii vs Haal Siitii
1:30 Tooteenhaam vs Niwukaastil
●Laaligaa Ispeen (Torbee 3ffaa )
12:00 Leevaantee vs Riyaal Beetis
2:00 Riyaal Soosidaad vs Ispaanyol
4:30 Siiviyaa vs Atileetikoo Maadrid
●Bundeesligaa Jarman (Torbee 1ffaa)
10:30 Eelversibeergi vs B/Leeverkuseen
10:30 RB Leepzhig vs Moncheegilaadbaa
10:30 Unuyeen Beerlin vs Firaankiferti
1:30 Doortimandi vs Humburgi
●Seeriyaa Xaaliyaan (Torbee 2ffaa )
1:30 Fiyoorentinaa vs Firoosinoonee
3:45 Juveentus vs Parmaa