Tamsaasa Kallatti:

Ayyaanni Mooliidaa waggaa 1501ffaan Masjiida Anwaaritti kabajamaa jira

Hagayya 19/2018(ENA): Ayyaanni Mooliidaa waggaa 1501ffaan Finfinnee Masjiida Anwaaritti akkaataa duudhaa amantaa Islaamaatiin miidhaginaan kabajamaa jira

Ayyaanichi sirnoota amantaa garaagaraan dabaalamee bakka hordoftootni amantichaa argamanitti Masjiida Anwaaritti kabajamaa jira.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015