Tamsaasa Kallatti:

Atileet Yoomiif Qajeelchaan seenaa addunyaa keessatti raawwatamee kan hin beekneen injifannoo galmeesse

Hagayya 17/2018(ENA): Atileet Yoomiif Qajeelchaa fiigicha walakkaa Maaraatoonii Arjeentinaa Boonoosaayirasitti gaggeeffame daqiiqaa 56:51'n xumuruun seenaa Atileetiksii addunyaa keessatti argamee hin beekne galmeesse.

#Ena Afaan Oromoo #TOI #Ena #

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015