Tamsaasa Kallatti:

Leetanal Jeneraal Xigaabuu Yilmaa Qondaala Ol’aanaa Poolisii Naannoo Amaaraa ta'uun muudaman

Hagayya 11/2018 (ENA): Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Amaaraa obbo Araggaa Kabbadaa, Leetanal Jeneraal Xigaabuu Yilmaatiin Ajaja Qajeelcha Waliigalaa ol’aanaa Poolisii Naannoo Amaaraa gochuun muudaniiru.


 

Gama biraatiin ammoo Ajaja Qajeelcha Waliigalaa ol’aanaa Poolisii Naannoo Amaaraa ta'uudhaan tajaajilaa kan turan Komishinar Jeneraal Zalaalam Mangistee (PhD), Komishinara Itti Aanaa Poolisii Federaalaa Itoophiyaa ta'uudhaan muudamaniiru.

#Ena Afaan Oromoo #TOI #Ena #

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015