PSG'n waggaa lammaffaaf walitti aansee waancaa Awurooppaa Suuper Kaappi injifate - ENA Afaan Oromoo
PSG'n waggaa lammaffaaf walitti aansee waancaa Awurooppaa Suuper Kaappi injifate
Hagayya 7/2018 (ENA): PSG'n waggaa lammaffaaf walitti aansee waancaa Awurooppaa Suuper Kaappi injifateera.
PSG'n tapha Awurooppaa Suuper Kaappiin Aston Viilaa 2 fi 1n injifachuun Shaampiyoonaa Liigii Kilaboota Awurooppaa ta'eera.
Taphichaan PSG'f daqiiqaa 20ffaa irratti Kivachaa Kiravatiskeli'aan immoo Dizayer Duwee immoo daqiiqaa 61ffaa irratti goolii injifannoof isaan geesise galchaniru.
Aston Viilaaf immoo Biiraayyaan Maagoon daqiiqaa 45ffaatti galchus; PSG'n Aston Viilaa injifachuun waancaa Awurooppaa Suuper Kaappi/ waancaa mo'aa mo'atootaa bara 2026 fudhateera.