Tamsaasa Kallatti:

Baga gammaddan! - Ministira Muummee Dr. Abiyyi Ahimad

Har’a Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Itoophiyaan guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 800 dhaabuuf galma ga’uu ishee, akkasumas biqiltuu miiliyoona 805 ol milkaa’inaan dhaabuu ishee beeksisaniiru.

#Ena Afaan Oromoo #TOI #Ena# Ashaaraa Magariisaa #GreenLegacy

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015