Tamsaasa Kallatti:

Naannoo Oromiyaa bakkeewwan adda addaatti bu’aan filannoo yeroo maxxanfameera

Caamsaa 25/2018 (ENA) - Naannoo Oromiyaa bakkeewwan adda addaatti Sagaleen kenname lakkaa’ame Xumuramee bu’aan qabxii yeroo maxxanfamaa jira , jiraattonnis qabxii kana ilaalaa jiru.

Rippoortaroonni ENA Magaalota Gimbii, Jimma, Mattuu fi Adaamaatti irra deemanii akka ilaalanitti, qabxiin yeroo maxxanfameera .

Jiraattonni Magaalota kanneenii bu’aa filannoo yeroo buufata filannootti maxxanfame ilaalaa jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015