Barreessaan olaanaa IGAD doktar Warqinaa Gabayyoo baga ayyaana Qilleetiin isin gahe jechuun ergaa dabarsaniiru. - ENA Afaan Oromoo
Barreessaan olaanaa IGAD doktar Warqinaa Gabayyoo baga ayyaana Qilleetiin isin gahe jechuun ergaa dabarsaniiru.
Mudde 28/2018 (ENA)-Barreessaan olaanaa IGAD doktar Warqinaa Gabayyoo hordoftoota amantaa kiristaanaa hundaan baga ayyaana Qilleetiin isin gahe jechuun ergaa dabarsaniiru.
Ayyaanni Qillee kan gammachuu akka ta’u hawwaniiru.