Syyaanni Irreechaa Hora Harsadee Bishooftuutti kabajamaa jira - ENA Afaan Oromoo
Syyaanni Irreechaa Hora Harsadee Bishooftuutti kabajamaa jira
Fulbaana 25/2018 (TOI)- Syyaanni Irreechaa Hora Harsadee Bishooftuutti kabajamaa jira
Sirni galateeffannaa Ayyaana Irreechaa Hora Harsadee jalqabameera.
Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee fi hirmaattonni ayyaanichaa hirmaachaa kan jiran yoo ta’u sirnichi eebba abbootii Gadaatiin eegalameera.
Hirmaattonni ayyaanichaa aadaa duudhaasaa hordofanii sirnicha raawwachaa jiru.
Yyaanni Irreechaa baranaa mata duree “Irreechi bayyanachuu biyyaaf” jedhuun kabajamaa jira.