Eebba Hidha Haaromsa Itiyoophiyaa Guddicharraatti kan argaman Pirezidaant Salvaakeer gara  biyya saaniitti gaggeeffaman

Qaammee 5/2017(TOI)-Sirna Eebba Hidha Haaromsa Itiyoophiyaarraa Guddichatti kan argaman Pirezidaantiin Sudaan kibbaa Salvaakeer Miyaardiit turtiisaanii Itiyoophiyaa xumuranii gara  biyya saaniitti gaggeeffamaniiru.

De’eetaan Ministira nageenyaa Dr. Keyreddin Tazarraa fi De’eetaan Ministira dhimma Alaa Ambaasadder Biraanuu Tsaggaayee Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti argamuun Pirezidaanticha gaggeessaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015