Itiyoophiyaa fi Somaaliyaan  Nagaa fi Tas-gabbii Riijinichaaf akkasumas Misoomaa  Mirkaneessuuf  Ejjennoo Cimaa qaban  mirkaneessan

Qaammee 5/2017(TOI)-Itiyoophiyaa fi Somaaliyaan nagaa fi tas-gabbii Riijinichaaf akkasums misoomaa Mirkaneessuuf Ejjennoo Cimaa qaban mirkaneessaniiru.

Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad Pirezidaantii Ripaabilikaa Federaalaa Somaaliyaa Hassan Sheek Mahaamad har’a ganama Waajjirasaaniitti simatanii  marii’ataniiiru.

 Kanaanis nagaa fi tsa-gabbii Riijinii, akkasumas misooma mirkaneessuuf ejjennoo cimaa qabnu irra deebinee Mirkaneessineerra jedhaniiru ergaa fuula miidiyaa hawaasummaasaaniin dabarsaniin.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015