Taphoonni Ramaddii Lammaffaa Waancaa Addunyaa Kilaboota Fiifaa Har’aa Eegalee Nigaggeeffama - ENA Afaan Oromoo
Taphoonni Ramaddii Lammaffaa Waancaa Addunyaa Kilaboota Fiifaa Har’aa Eegalee Nigaggeeffama

Waxabajjii 12/2017 (TOI)- Taphoonni Lammaffaa Ramaddii Tokkoo fi Lamaa Waancaa Addunyaa Kilaboota Fiifaa Har’aa Eegalee Nigaggeeffama
Ramaddii Tokkoon Polmeeraas Al Ahilii Waliin Istaadiyeemii Meetlaayifitti Taphachaa Jiru.
Ramaddii Kanaan Miyaamiin Poortoo Waliin Galgala Sa’aatii 4tti staadiyoommii Mersadii-Beenzitti Nitaphatu.
Kilaboonni Ramaddicha Keessatti Argaman Tapha Jalqabaa Mo’achuuf nitaphatu.
PSGn Batarogo Waliin Waliin Halkan Sa’aatii 10tti Istaadiyoomii BerozBowulitti Nitaphatu.
Waancaan Addunyaa Kilaboota Fiifaa Ameerikaan Qopheessitee Gaggeeffamaa HAR’A Guyyaa Afraffaa Isaati.