Hundeeffamni Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin bu’aa yaadama ida’amuuti - ENA Afaan Oromoo
Hundeeffamni Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin bu’aa yaadama ida’amuuti
Sadaasa 26/2017 (TOI) – Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeetii fi Waaltaa Miidiyaa fi Kominikeeshin Koorporeet walitti makamuun Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin hundeessuun bu’aa yaadama ida’amuu ta’uu Gorsaan Dhimmoota Hawaasumaa Ministira Muummee Diyaaquun Daani’eel Kibrat ibsan.
Waa'ee Itoophiyaa himuuf dhuunfaan socho’aa kan turan miidiyaaleen kunneen walitti makamuun tokko ta’aniiru jedhan.