Ayyaanni guyyaa Sabootaa, Sablammootaa fi Ummattootaa 19ffaan naannoo Beeniishaangul Gumuzitti kabajamaa jira

Sadaasa 23/2017(TOI)- Ayyaanni guyyaa Sabootaa, Sablammootaa fi Ummattootaa 19ffaan naannoo Beeniishaangul Gumuz magaalaa Asoosaatti kabajamaa jira.

Ayyaanni kun mata duree “waliigalteen biyyaalessaa tokkummaa sabdaneessummaa” jedhuun simpooziyeemii fi sagantaawwan garagaraan magaalaa Asoosaatti kabajamaa jira.

Ayyaanni kun godinaalee, aanaalee fi bulchiinsota magaalaa naannichaatti qophiilee garagaraan kabajamaa turuunsaa odeeffannoon komunikeeshiniinaannichaarraa argame nimul’isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015