Ministirri muummee doktar Abiyyi Ahimad bakka bu’oota naannoo Oromiyaa godinoota hundarraa walitti dhufan waliin mari’atan

Guraandhala 14/2016(TOI)- Ministirri muummee doktar Abiyyi Ahimad bakka bu’oota naannoo Oromiyaa godinoota hundarraa walitti dhufan waliin dhimmoota wayitaawaa naannichaarratti mari’ataniiru.

Ministirri muummee doktar Abiyyi Ahimad ergaa fuula marsariitiisaaniirratti barreessaniin bakka bu’oota nannoo Oromiyaa godinoota hundarraa waslitti dhufan waliin har’a ganama mari’anneerra jedhan.

Walgahiin har’aa mariilee kutaalee hawaasaa addaddaa naannichaa waliin

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015