Atileet Tsiggee Dhugumaa Beelgireeditti dorgommii fageenya meetira 800 rikeerdii fooyyessuun injifatte. - ENA Afaan Oromoo
Atileet Tsiggee Dhugumaa Beelgireeditti dorgommii fageenya meetira 800 rikeerdii fooyyessuun injifatte.
Atileet Tsiggee Dhugumaa Beelgireeditti dorgommii fageenya meetira 800 rikeerdii fooyyessuun injifatte.
Gurraandhala 6/2016 (TOI) - Atileet Tsiggee Dhugumaa Beelgireeditti dorgommii fageenya meetira 800 saatii ariifataa bakkichaa fi rikeerdii fooyyessuun injifatte.
Atileet Tsiggee Dhugumaa fageenyicha yeroo daqiiqaa 1 fi sakandii 59 fi maakirosakandii 66 ta'een xumuruun injifatte.
Fageenyuma kanaan Atileet Tigisti Girmaa yeroo daqiiqaa 2 fi maakirosakandii 21 xumuruun sadarkaa 2ffaan injifachuu ragaan Federeshinii Atileetikis irraa argame ni mul'isa.