Atileetonni Itoophiyaa dorgommii biyyoota adda addaatti geggeeffame injifatan

Amajjii 20/2016(TOI) - Atileetonni Itoophiyaa dorgommii biyyoota adda addaatti Sambataa fi Dilbata geggeeffame injifataniiru.

Kaleessaa dorgommii maraatoonii Osaakaa fi Siviyaatti geggeeffameen atileelt Warqinesh Iddeessaa fi Alamtsahaay Zarihuun sadarkaa 1ffaan injifataniiru.

Ispeen Siviiyaatti dorgomii walakaa maraatoonii geggeeffameen atileet Alamtsahaay Zarihuunii fi Abarraash Lammaa sadarkaa 1ffaa fi 2ffaan xumuruun injifataniiru.

Akkasuma dorgommii Jaappaan Osaakaatti geggeeffame atileet Warqineesh Iddeessaa yeroo saatii 2 fi daqiiqaa 18 fi sakoondii 15 xumuuruun injifateetti.

Dorgommii walakkaa maraatoonii Osaakaatti geggeeffameen Dastaa Burqaa sadarkaa lammaaffaan xumuruun injifateetti.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015