Ministirri muummee doktar Abiyyi Ahimad pirezidaantii Kuubaa Miigweel Diyaaz-Kaanaal waliin mari’atan

Sadaasa 21/2016 (TOI)- Ministirri muummee doktar Abiyyi Ahimad yaa’ii koop28 cinaatti pirezidaantii Kuubaa Miigweel Diyaaz-Kaanaal waliin mari’atan.

Hooggantoonni lamaan itti gaafatama jijjiirama haala qilleensaa addunyaa, tumsa biyyoota lamaanii fi dhimmoota misooma biyyaalessaa ilaalchisuun mari’achuusaanii odeeffannoon waajjira ministeera dhimma alaa ni’eera.

Ministirri muummee doktar Abiyyi ahimad yaa’ii koop28 cinaatti pirezidaantii Kuubaa Miigweel Diyaaz-Kaanaal kan haasosfsiisan agarsiisa ashaaraa magariisaa Itiyoophiyaa (Paaviiliyoon) ilaalchisuuni.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015