Itiyoophiyaan hojiiwwan misooma magariisaa yaa’ii koop28 irratti agarsiisaa jirti

100

Sadaasa 20/2016 (TOI) –Itiyoophiyaan hojii misooma magariisaarratti hojjechaa jirtu agarsiisa Itiyoophiyaa koop 28 (Paaviiliyoon) irratti beeksisaa jirti.

Ministirri muummee doktar Abiyyi Ahimad fi sheeh Mohaammed Biin Zaayid Al Naahiyaan baniinsa agarsiisichaan dura paaviiliyoonii Itiyoophiyaa daawwachuusaanii waajjirri ministira muummee beeksiseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015