Ministirri muummee doktar Abiyyi Ahimad fi giifti dureen Zinnaash Taayyaachoo daawwannaa hojiif Cheek rippaabiliik dhaqan

89

Sadaasa 18/2016 (TOI) - Ministirri muummee doktar Abiyyi Ahimad fi giifti dureen Zinnaash Taayyaachoo daawwannaa hojiif Cheek rippaabiliik Piraad dhaqaniiru.

Wayita bakkas gahanitti aanga’oonni biyyatti simannaa akka taasisaniif odeeffannoon waajjira ministira muummeerraa argame nimul’isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015