Itiyoophiyaan biyya qabeenya Albuudaatiin badhaatedha, qabeenya kana misoomsinee dhaloota dhufuuf biyya feeyyofte dabarsuu qabna-ministira muummee doktar Abiyyi Ahimad

Sadaasa 14/2016 (TOI) - Itiyoophiyaan qabeenya Albuudaatiin biyya badhaatedha, qabeenya kana misoomsinee dhaloota dhufuuf biyya feeyyofte dabarsuu qabna jedhan ministira muummee doktar Abiyyi Ahimad.

Ministirri muummee doktar Abiyyi Ahimad guyyaa har’aa eksipoo albuudaa fi teeknooloojii bananiiru.

Ministirri muummee wayita kana akka jedhanitti, eksipoon albuudaa fi teeknooloojii har’a baname kun qabeenya albuudaa Itiyoophiyaa agarsiisuun invastimantii damee Kanaan jiru nidadaammaqasa jedhan ergaa fuula marsariitiisaaniirratti dabarsaniin.

Itiyoophiyaan biyya qabeenya albuudaan badhaatedha, qabeenya kana misoomsinee dhaloota dhufuuf biyya fooyyofte dabarsuu qabna jedhan ministirri muummee doktar Abiyyi Ahimad.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015