Atileet Tigist Asaffaa filannoo atileetotaa filatamoo kan waggaa kaadhimamtoota xumuraa 5tti makamte

313

Sadaasa 03/2016 (TOI) – Maraatoonii dubartootaan riikardii harkatti kan galfatte atileet Tigist Asaffaa filannoo atileetota filatamoo kan waggaatiin kaadhimamtoota xumuraa shanitti makamteetti.

Atileet Tigist Asaffaa filannoo atileetota filatamoo kan waggaatiin kaadhimamtoota xumuraa shanitti makamuushee woorlid Atileetiiksi beeksiseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015