Biqiltuuwwan bunaa waggaa sadii dura dhaabaman firii ashaaraa magariisaa kennaa jiru- Ministira muummee doktar Abiyyi Ahimad

Fulbaana 05/2016 (TOI) - Biqiltuuwwan bunaa waggaa sadii dura dhaabaman firii ashaaraa magariisaa kennaa jiru jedhan Ministira muummee doktar Abiyyi Ahimad.

Ministirri muummee doktar Abiyyi Ahimad ergaa fuula marsariitiisaaniirratti barreessaniin biqiltuuwwan bunaa waggaa sadii dura dhaabaman firii ashaaraa magariisaa kennaa jiru jedhaniiru.

Sagantaan ashaaraa magariisaa Itiyoohiyaa lafa fooyyessuurra darbee misooma bosonaa qonnaa gabbisuurratti argama jechuun beeksisaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015