Yaa’iin Ministiroota Eegumsa Naannoo Afrikaa 19ffaan torbee dhufu magaalaa Finfinneetti gaggeeffama. - ENA Afaan Oromoo
Yaa’iin Ministiroota Eegumsa Naannoo Afrikaa 19ffaan torbee dhufu magaalaa Finfinneetti gaggeeffama.

Hagayya 5/2015 (TOI):- Yaa’iin Ministiroota Eegumsa Naannoo Afrikaa 19ffaan torbee dhufu magaalaa Finfinneetti akka gaggeeffamu Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Itoophiyaa beeksise.
Yaa'iin kana kan qopheessitu Itoophiyaan yoo ta'u, mata duree "Carraa rakkoo naannoo Afrikaa furuuf, tumsa guddisuu" jedhuun Hagayya 11 fi 12, 2015 kan gaggeeffama.