Ministirri muummee Abiyyi Ahimad Boru gabaasa raawwii mootummaa baatii jahaa mana mareef nidhiheessu - ENA Afaan Oromoo
Ministirri muummee Abiyyi Ahimad Boru gabaasa raawwii mootummaa baatii jahaa mana mareef nidhiheessu

Bitootessa 18/2015 (TOI) - Ministirri muummee Abiyyi Ahimad Boru gabaasa raawwii mootummaa baatii jahaa mana maree bakka bu’oota ummataa federaalaaf nidhiheessu.
Manni marichaa walgahii idilee 11ffaa boru adeemsisuun gabaasa ministira muummee Abiyyi Ahimadiin dhihaatu nidhaggeeffata.
Ministirri muummee gaaffiiwwan wayitaawaa fi biyyaa miseensota mana mareerraa ka’an addaddaaf deebii fi ibsa akka kennan ni eegama.