Ummanni Guraagee rakkoolee jiran mariin kan hiiku ummata nagaa jaallatudha - ENA Afaan Oromoo
Ummanni Guraagee rakkoolee jiran mariin kan hiiku ummata nagaa jaallatudha

Bitootessa 16/2015(TOI) - Ummanni Guraagee rakkoolee ka’an hirmaannaa ijaarsaaf fayyaduuniifi mariin kan hiiku ummata nagaa jaallatudha jedhan Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad.
Marii guyyaa har’aa taasisaniinis yaaddoleefi abdii qaban kaasuusaanii dhagahuutti gammaduu ibsaniiru.
Rakkoolee sadarkaa sadarkaan furamuu danda’an furuuf nihojjenna jedhaniiru.