Yunivarsiitii Kolleejiin Ittisaa Barattoota Dameewwan Addaddaan Leenjise Ebbisiisaa Jira

159

Bitootessa 16/2015 (TOI) - Yunivarsiitii Kolleejiin Ittisaa Barattoota Dameewwan Addaddaan Leenjise Ebbisiisaa Jira.

Qondaaltonni olaanoo, Attaasheewwan loltuu biyoota addaddaa, barattoonni eebbifamtoonni sirna eebbaa kolleejii Injiinariingii Bishooftuutti adeemsifamaa jirurratti argamaniiru.

Barattoonni har’a eebbifamaa jiran barnoota maandisummaa fi fayyaatiin digirii tokkoffaa fi lammaffaan barnootasaanii hordofanidha.

Kolleejichi sadarkaa Yunivarsiitiitti erga hundeeffamee waggaa 25 guuteera.

Kolleejichi barattoota Itiyoophiyaatiin alatti barattoota Sudaan Kibbaa, Sudaan fi Ruwaandaarraa dufan leenjisee eebbisiiseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015