Doktar Abiy Ahimad godina Guraagee galanv - ENA Afaan Oromoo
Doktar Abiy Ahimad godina Guraagee galanv

Bitootessa 16/2015(TOI)- Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad godina Guraagee galaniiru.
Doktar Abiy Ahimadiifi hoggantoonni olaanoon mootummaa hawaasa godinichaa waliin mari’achuuf godina Guraagee galuu ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame ni mul’isa.