"Haala hinmijoofne keessa taa'anii kitaaba barreessuun misoomaaf oolchuun gootummaa guddaadha"

226

Bitootessa 12/2015(TOI) :-  Ministirri  Muummee Doktar Abiy Ahimad haala hin mijoofne keessa taa'anii kitaaba garaagaraa barreessuun dhalootaafi misoomaaf gumaachuun gootummaa guddaa ta'uu  pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa ibsan. 

Kitaabni kun walgaarrefannaa dhaloota gidduu jiru maqsuun alatti kun misooma holqa Soofumariif ooluunsaa gammachuu olaanaa ta'uus dabalataan dubbataniiru.

Gurgurtaa kitaaba Dhaloota Ida'amuu misooma Holqa Soofumariif ooluuf qarshiin miliyoonni 609 ol walittiqabameera. DhPItti gabaase.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015