Kooti kan jennu qabeenya waloo taasisuun fi misoomsuun waliin hojjennee haabadhaanu-ministira muummee Abiyyi Ahimad

848

Bitootessa 11/2015(TOI) – Ministrirri muummee doktar Abiyyi Ahimad kooti kan jennu qabeenya waloo taasisuun fi misoomsuun waliin hojjennee haabadhaanu jedhan ministirri muummee doktar Abiyyi Ahimad.

Biyya hunda caaltu qabna kan jedhan ministirri muummee Abiyyi, ijji keenya banamee yoo hojjenne iddoowwan addunyaa hawachuu danda’an hedduun biyya keenya jiru jedhaniiru.

Naannawa keenya ilaaluu fi sakatta’uu akka qabnu ibsanii, “kan kooti kan jennu qabeenya waloo haa taasisfnu, haamisoomsinu, waliin hojjennee haabadhaanu jedhuun ergaa fuula marsariitiisaaniirratti dabarsaniin ibsaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015