Yuunivarsiitiin raayyaa ittisa biyyaa baratoota digirii jalqabaafi lammaffaa barsiisaa ture 502 eebbise

212

Finfinnee,Hagayya,24,2012(TOI)- Yuunivarsiitiin Raayyaa ittisaa biyyaa marsaa 18ffaan baratoota Injineeringii fi ogummaa Fayyaa digirii jalqabaa fi lammaaffaan leenjisaa ture 502 har'a Bishooftuutti eebbisera.

Yuunivarsiitichii baratoota dameewwan barnootaa Injineeringii fi Fayyaa digirii lammaffaan leenji'an 104, digirii jalqaaan kan leenji'an 340, sadarkaa 4ffaan baratoota 58 waaliiga baratoota 502 eebbise.


Eebba baratootaa kanarratti Itamaajooriin waliigalaa raayyaa ittisa biyyaa Jeneraal Adam Mohaamad argamaniru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015