Magaalaan finfinnee Guyyaa asharaa magariisaa guyyaa tokkotti biqiltuu miliyoona 2 dhaabuuf qophoofne jedhe.

76

Finfinnee ,Adoolessa 22/2012(TOI)- magaalaan finfinnee guyyaa shaaraa magariisaa adoolessa 26/2012 guyyaa tokkootti biqiltuu miliyoona 2 dhaabuuf qophii gochaa jiraachuu ibsee jira.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015