Guyyaa har’aa naannoo oromiyaatti biqiltuu miliyoona 300 fi miliyoona 4 dhabuuf hojjetamaa jira - ENA Afaan Oromoo
Guyyaa har’aa naannoo oromiyaatti biqiltuu miliyoona 300 fi miliyoona 4 dhabuuf hojjetamaa jira

Finfinnee adolessa 22/2012(TOI)- Guyyaa har’aa gutuu Oromiyaatti Ashaaraa Magarisaan biqiltuu miliyoona 300 fi miliyoona 4 dhaabuuf ganama sa’aatii 12 irraa eegalee geggeeffamaa jira.
Dhabbii biqiltuu kanaa tamsaasa kallattii websayitii Biiroo Qonnaaf Qabeenya Uumamaa Oromiyaa armaan gadiin hurdofuu dandeessu.
www.oromiagreenlegacy.gov.et