Pirezedaantii Isayyas Afawarqii Sudaan daaw’achaa jiru - ENA Afaan Oromoo
Pirezedaantii Isayyas Afawarqii Sudaan daaw’achaa jiru
94
Finfinnee waxabajjii 18/2012(TOI)- Pirezedaantiin Isaayyas Afawarqii Sudaan daw’achaa akka jiran Ministeerri beksisaa biyyattii ibsee jira.
Ministeerri beksisa Ertiriyaa obboo Yemane Gabraab akka jedhanitti daaw’annan pirezedaantichaa biyyoota lama irratti fuullefata.
Dabalataanis dhimma walitti makamuu biyyoota Gaanfa Afrikaa irrattis ni mariyatu jedhame.