Pirezedaanti Itti Aanaan Sudaan bilisaa Letanal Jeneraal Mahammad Hamdaan Dagaaloo daaw’annaa hojiif Finfinnee galan - ENA Afaan Oromoo
Pirezedaanti Itti Aanaan Sudaan bilisaa Letanal Jeneraal Mahammad Hamdaan Dagaaloo daaw’annaa hojiif Finfinnee galan

Finfinnee Waxabajjii 10/2012(TOI)-Pirezedaantii itti aantichi wayta Finfinnee galan Ministira Mummee itti Aanaa Dammaqaa Mokonnin simatanii jiru.
Pirezedaantii Itti aanaa leetanal jeneraal Mahammad Hamdaan Dagaaloo yeroo as turanitti dhimmoota hariiroo biyyoota lamaanii cimsan irratti ni mariyatu jedhamee eeggama.
Sirna simannaa isaanii irratti Itamajor Shuumiin Jeneraal Aadam Mahammad fi ministirri Dhimmi Alaa Gadduu Andargachoos argamanii jiru.