Muummeen ministiraa Dooktar Abiyyi Ahimad muudama laatan - ENA Afaan Oromoo
Muummeen ministiraa Dooktar Abiyyi Ahimad muudama laatan
Finfinnee, Amajjii 28/2012 (TOI) Muummeen ministiraa Dooktar Abiyyi Ahimad muudama akka laatan ragaan waajira muummee ministraa irraa arganne ni ibsa.
Haaluma kanaan:-
1. Masfin Malaakuu; sadarkaa ministir deettaatti itti gaafatamaa Waajjira Addaa Muummee Ministiraa,
2. Dooktar Shumatee Gizaaw; daayreektara olaanaa Eejansii Nageenya Infoormeeshinii,
3. Kafyaalaw Tafarraa; itti aanaa daayreektara olaanaa Eejansii Nageenya Infoormeeshinii,
4. Warquu Gaachanaa; daayreektara olaanaa Wiirtuu Qorannoo fi Misooma Artifishaal Intalajansii,
5. Zalaalam Mangistuu; itti aanaa koomiishinara Koomiishinii Poolisii Federaalaa ta'uun muudamaniiru.