Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad Bulee Horaa Dhaqan - ENA Afaan Oromoo
Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad Bulee Horaa Dhaqan
71
Mudde 27/2012(TOI) – Ministirri muummee Abiyyi Ahimad marii jiraattota magaalaa Yaaballoo walii taasisan xumuranii maree wal fakkaatuuf har’a sa’aatii booda magaalaa Bulee Horaa dhaqaniiru.
Ministirri muummee Bulee Horaa wayita seenan hoggantoonnii fi jiraattonni magaallichaa simataniiru.
Turtii kanaanis gaaffilee bu’ura misoomaa jiraattonni kaasaniif deebii kennuusaanii riippoortarri TOI bakkatti argame gabaaseera.
Turtii isaanii kanaanis jiraattota mgaalichaa fi jiraattota naannawa ollaatii dhufan waliin ni mari’atu.