Ayyaanni bara haaraa uummata Gedi'oo Dararoon magaalaa Dillaatti kabajamaa jira. - ENA Afaan Oromoo
Ayyaanni bara haaraa uummata Gedi'oo Dararoon magaalaa Dillaatti kabajamaa jira.

Amajji, 20/2015(TOI) - Ayyaanni bara haaraa uummata Gedi'oo Dararoon magaalaa Dillaatti kabajamaa jira.
Sirna kabaja ayyaana kanarratti Pirezidaanitii naannoo Kibbaa Obbo Ristuu Yirdawu dabalatee qondaaltonni mootummaa Federaalaafi naannoo biroon, bakka bu’oonni saboota adda addaafi jiraattonni gidinichaa argamaniiru.
Ayyaanni bara haaraa Geedi'oo daraaroon bara kana akkataa duudhaa ayyaanichii ittiin beekamuun karaa nagaafi tasgabbii qabuun borumtaa karaa dimokiraatawaa ta'een erga gadaan wal harkaa fuudhamee kan geggeeffamudha jedhameera.
Ayyaanni kun guyyoota kurnan darba sadarkaa aanaaleetti kabajamaa kan ture yoo ta'u har'a kabajni isaa ni xumurama jedhameera.