Doktar Abiy Ahimad Itti aanaa Pireezidaantii Mana Maree Ce’umsa biyyaalessaa Sudaan waliin mari’atan

81

Amajjii 18/2015(TOI)- Ministirri Muummee FDRI Abiy Ahimad Ittaanaa Pireezidaantii Mana Maree Ce’umsaa Birmadummaa Sudaan Mahaammad Hamdaan Daagaloo waliin mari’atan.

Uummanni Sudaan rakkooleesaanii furuuf dandeettii mataasaaniitti akka fayyadaman Ministirrri Muummee doktarAbiy Ahimad jajjabeessuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015