Ijaarsi proojektii jiddugala Innoveeshinii Afrikaa Finfinnee Onkoloolessa dhufu xumurama

110

Amajji, 9/2015 (TOI) "Ijaarsi piroojektii jiddugala Innoveeshinii Afrikaa Finfinee Onkoloolessa dhufu xumurama jedhan kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebee.

Kantiibaan Adaanech, "Finfinnee bakka turizimii akkasumas jiddugala Innoveeshiniifi Egzibiishinii ni taati" jedhaniiru.

Maddi : - Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015