Doktar Abiy Ahimad ambaasaaddar Misgaanuu Araggaa deetaa minstira Dhimma alaa taasisuun muudan - ENA Afaan Oromoo
Doktar Abiy Ahimad ambaasaaddar Misgaanuu Araggaa deetaa minstira Dhimma alaa taasisuun muudan

Amajji, 3/2015(TOI) - Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad ambaasaaddar Misgaanuu Araggaa Amajji 2/2015 irraa eegalanii deetaa Ministira Dhimma Alaa ta'anii akka hojjetan muudaniiru.
Amabaasaaddar Misgaanuu Araggaa hanga deetaa ministira Dhimma Alaa ta'anii muudamanitti hoji geggeessaa olaanaa Itiyo- Injineriingi giruup ta'anii tajaajilaa turan.
Ambaasaaddar Minsganuun kanaan duras Kaataariifi Gamtaa Immireetoota Arabaatti ambaasaaddara Itoophiyaa ta'uun tajaajilaa turuu isaanii ragaan waajjira dubbi himaa ministeera dhimma alaarraa argame ni muli'isa.