Faransaay, Ingiliz injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarte. - ENA Afaan Oromoo
Faransaay, Ingiliz injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarte.

Mudde 1/2015(TOI) - Waancaa addunyaa 22ffaa qopheessummaa Kaataariin geggeeffamaa jiruun shaampiyoonaa Waancaa addunyaa 21ffaa Faransaay, Ingiliz goolii 2 fi 1'n injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabartee jirti.