Waancaa Addunyaan har'a Morookoon, Ispeen waliin Poorchugaal Siwiizarlaanid waliin ni taphatu.

25

Sadaasa 27/2015(TOI) - Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa Qaataaritti taphatamaa jiruun guyyaa har’a taphoonni mo’atanii darbuu marsaa 2ffaa ni tapahatamu.

Morookoo fi Ispeen galgala sa’aatii 12 irratti ni taphatu.Akkasumas Poorchugaal, Siwiizarlaand waliin tapha mo’atanii darbuu har’a galgala sa’aatii 4:00 iratti ni taphatu.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015