Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad badhaasa nageenyaa injifatan

61

Finfinnee  Eebla 24/2011  Muummeen  ministiraa Dooktar Abiy Ahimad badhaasa nageenyaa Dhaabbanni Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii qopheessu injifatan.

Badhaasni nageenyaa Dooktar Abiy injifatan  nageenya fiduu, kabachiisuu fi tursuuf gumaacha taasisaniini ta’uu ibsame. 

Badhaasni injifatanis kan Feliniiksi Haafeef- Booniiy bara Faranjootaa 2019 ti. 

Madda - Waajira Muummee Ministiraa

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015