Jilli Ministira Maallaqaa Ahmad Shideen Durfamu Waashiingiteen Diisii Gale

131

Onkoloolessa 1/ 2015 (TOI) Jilli Itiyoophiyaa Ministira maallaqaa Ahmad Shideen durfamu Waashiingiteen Diisii galeera.

Jilli kun turtiisaatiin maree waggaa gam lameefi kan lammiilee hedduu baankii addunyaafi dhaabbata maallaqaa waliin taasifamurratti ni hirmaata jedhameera.

Jilli kun embaasii Itiyoophiyaa Diisiitti argamutti marii jalqabaa taasisuusaa Ameerikaatti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Silashii Baqqalaa fuula tiwiiteriisaanii irratti beeksisaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015