Irreechi Malkaa Ateetee Kabajamaa jira

101

Fulbaana 29/2015 (TOI) - Irreechi Malkaa Ateetee Buraayyuutti Kabajamaa jira.

Irreecha kun bakka Haadholiin Siinqee, Abbootii Gadaafi hirmaattonni ayyaanichaa argamanitti gaggeeffamaa jira.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015