Imbaasii Ruusiyaafi Ameerikaa dabaltee Imbaasiiwwan biyyoota adda addaa 18 ergaa baga ayyaana masqalaa geessan dabarsaniiru.

151

Fulbaana 17/2015(TOI) - Imbaasii Ruusiyaafi Ameerikaa dabaltee Imbaasiiwwan biyyoota adda addaa 18 ergaa baga ayyaana masqalaa geessan dabarsaniiru.

Itoophiyaatti imbaasii Ruusiyaa abboloonni keenya Itoophiyaaf ayyaanichi kan gammachuu haa ta'u jedheera.

Itoophiyaatti imbaasiin Ameerikaas ayyaanicha kan nagaafi kan gammachuu akka ta'u hawwii qabu ibseera.

Kanaadaa, Hindi, Isiraa'el, Ingiliz, Faransaay, Xaaliyaan, Jarman, Nezarlaanidis, Siwizarlaand, Gibtsi, Morookoo, Aljeeriyaa, Iraan, Paaksitaanfi Meeksikoon hawwii gaarii qaban ayyanicha ilaalchisuun dabarsaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015