Leetenaal Jeneraal Birhaanuu Baqqalaa hoggantoota Somaaliilaandi waliin mari'atan.

Finfinnee, Adoolessa 27/2014 (TOI) – Leetenaal Jeneraal Birhaanuu Baqqalaan Ministeeraa Ittisa Biyyaa bakka bu’uun dhimma nageenyaa fi tasgabbii naannawaa irraatti hoggantoota dhimma nageenyaa Somaaliilaandi waliin mari'atan.

Walta’iinsa nageenyaa fi tasgabbii Itoophiyaa fi Somaaliilaandii gidduu akkasumas kan naannawaa irratti Pireezidaanti Somaaliilaandii fi qaamolee nageenyaa biyyattii biroo waliin mari'achuu ragaan Misteera Ittisa Biyyaarraa argame ni mul’isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015