Korporeeshinichi manneen naannawwa Garjiitti ijaarsise eebbisiise - ENA Afaan Oromoo
Korporeeshinichi manneen naannawwa Garjiitti ijaarsise eebbisiise

Waxabajjii 05//2014(TOI) - Korporeeshiniin manneen Federaalaa manneen jireenyaa mala ammaayyaan Finfinnee naannawwa Garjiitti ijaarsisee eebbise.
Sirna eebba manneen jireenyaa kanarrstti hojigaggeessaa olaanaa korporeeshinichaa Obbo Rashaad Kamaal, ittigaafatamaan waajjira ministira muummeefi dura taa'aan Boordii korporeeshinichaa Obbo Tafarii Fiqree dabalatee anga'oonni mootummaa olaanoon biroon argamaniiru.
Piroojektiin korporeeshiniichi ijaarsise Bilookoota lama abbaa darbii kudhan kudhanii kan qaban yoo ta'an, tajaajila daldalaa fi mana jireenyaatiif kan oolanidha jedhameera.